Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti sirnoota garaagaraan kabajame

Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) – Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti kadhannaa, faaruu fi sirnoota garaagaraan kabajameera.

Ayyaannichi magaalotaa fi godinaalee Oromiyaa garaagaraatti sirna hoo’ina qabuun babajamuu ibsameera.

Sirnichi dureewwan mana amantii Ortoodooksii, hoggantoonni mootummaa fi hordooftoonni amantichaa hedduun bakka argamanitti kabajameera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.