Fana: At a Speed of Life!

Baankii Giddugaleessaa Chaayinaa waliin dhimmoota tumsaan hojjechuun danda’amurratti mari’atame

Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC) – Jilli Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaa yeroo itti aanu Baankii Giddugaleessa Chaayinaa waliin dhimmoota tumsaan hojjechuun danda’amurratti mari’ateera.

Jilli Itti Aanaa Bulchaa Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaan durfamu Chaayinaa Beejingi, Shaangaay fi Sheenzanitti daawwannaa hojii taasiiseera.

Kaayyoon daawwannichaa tumsaa fi hariiroo baankota biyyattii waliin jiru cimsuu fi gabaa Kaappitaalaarratti hubannoo argachuuf ta’uu eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna..

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.