Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Daldala Ityoophiyaa projaktii ‘Maaddii Biyyaaf’ Birrii biiliyoona 1.1 gumaache

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) –  Baankiin Daldala Ityoophiyaa projaktii ‘Maaddii Biyyaaf’ Birrii biiliyoona 1.1 gumaache.

Deeggarsa maallaqichaa hooggantoonni baankiichaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif laataniiru.

Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad baankiin daldala Ityoophiyaa projaktoota ummata fayyadanirratti ga’ee ba’aachaa jiraachuu ibsaniiru.

Gumaacha baankichi taasiseef galateeffataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.