Fana: At a Speed of Life!

Bilbiloonni Karaa Seeraan alaa Nagallee ka’uun Finfinnee seenuuf ture to’atame

Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Bilbiloonni Karaa Seeraan alaa Gujii Nagallee ka’uun Finfinnee seenuuf ture 886 to’atamuu ibsame.

Bilbiloonni kunneen karaa Bishuuftuu fi Sandaafaan Finfinnee seenuuf wayita ture to’atamuu eerameera.

Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo biyyaalessaa Poolisii Oromiyaa waliin hordoffii taasiisaa turuun to’annoo jala oolchuu himameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.