Fana: At a Speed of Life!

Biyyoonni miseensa Gamtaa Awurooppaa Talaallii Covid – 19 Doozii miiliyoona 13 Ityoophiyaaf deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) – Biyyoonni miseensa Gamtaa Awurooppaa Talaallii Covid – 19 Doozii miiliyoona 13 Ityoophiyaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Faransaay, Fiilaand, Deenmaark, Giriik, Xaaliyaanii fi Siwiidiin biyyoota deeggarsa taasiisan keessatti kan argaman ta’uu ibsameera.
Deeggarsi taasiifame tattaaffii Ministeerri Fayyaa talaallii Covid 19 hawaasa mara waliin ga’uuf taasiisuu kan gargaaru ta’uu himameera.
Biyyoonni Miseensa Gamtaa Awurooppaa kana duras Doozii miiliyoona 24 Ityoophiyaaf deeggarsa taasiisuu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Faransaayirraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.