Fana: At a Speed of Life!

Daandiiwwan Finfinnee 13rratti biifaan keemikaalaa ni hojjetama

Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Booru daandiiwwan magaalaa Finfinnee 13rratti biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii ni hojjetama.

Haaluma kanaan;

-Addabaaba’ii Masqalaa – Boolee

-Addabaaba’ii Masqalaa – Xoor Haaylooch

-Addabaaba’ii Masqalaa – 6 Kiiloo

-Addabaaba’ii Masqalaa – Gootaraa -Saariis

-Addabaaba’ii Masqalaa- Magganaanyaa

-Biheeraawii -Meeksiikoo

-Suupparmaarkeettii- Kaasaanchiis- Uraa’eel

– Goorgisii – Ambaasaaddar – Addabaaba’ii Masqalaa

– Goorgisii – Paastar

– Goorgisii- 4 Kiiloo – Magganaanyaa

– Goorgisii – 6 Kiiloo

– Goorgisii – Buufata Konkolaataa

– Goorgisii – Taklahaaymaanoot

Biifaan farra ilbiisota dhibee fidanii kun kiilo meetira 41 kan uwwisudha.

Daandiiwwan kanneenis ganama sa’aa 2 kaasee amma sa’aa 6tti cufaa ta’u.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.