Fana: At a Speed of Life!

Buraayyuutti meeshaan waraanaa seeraan alaa to’atame

Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Buraayyuutti meeshaan waraanaa seeraan alaa to’annoo jala oolera.

Kilaashii 23 to’annoo jala ooluu Waajjirri Koominikeeshinii Magaalaa Buraayyuu beeksiseera.

Meeshichi Finfinnee galfamuuf wayita yaalamaa turetti eeruu ummataa fi hordoffii qaamolee nageenyatiini kan to’atame.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.