Fana: At a Speed of Life!

Buufata Sakattoo Saraabaatti Shugguxii 230 qabame

Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Buufata Sakattoo Saraabaatti Shugguxii 230 qabame.

Meeshaan waraanaa kun seeraan ala gara magaalaa Finfinneetti dabarfamuuf kan turedha.

Shugguxiin Tuurkii to’annaa jala oolfame konkolaataa Piikkaappii dhuunfatiin Sheehdiidhaa gara Finfinneetti imalchiifamaa turuu Waajjirri Dhimmoota Koominikeeshinii aanaa Cilgaa ibseera.

Shakkamaan tokko to’atamee qorannaan irratti gaggeeffamaa jira.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.