Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Cirrachaa Taltallee – Waayyuu- Erbooree eebbifame

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Daandiin Cirrachaa Taltallee – Waayyuu- Erbooree eebbifameera.

Sirna eebbichaarratti jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyan obbo Shimallis Abdiisaan durfamu argameera.

Daandiin Cirrachaa Taltallee – Waayyuu- Erbooree baasii Birrii biiliyoona 1 ijaarramee eebbifamuun hawaasa banaa taasifameera.

Daandiichi naannoo Oromiyaa fi Kibbaa wal qunnamsiisaa jedhameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.