Fana: At a Speed of Life!

Daayreektarri olaanaan Sagantaa Nyaataa Addunyaa deeggarsi namoomaa naannoo Tigraay fooyya’aa jiraachuu ibse

Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Daayreektarri olaanaan Sagantaa Nyaataa Addunyaa Deeviid Beezliin deeggarsi namoomaa naannoo Tigraayitti taasiifamaa jiru fooyya’aa jiraachuu dubbataniiru.
Daayreektarichi garee sagantaa Nyaataa Addunyaa naannoo Tigraay jiru waliin marii taasiisuu beeksiseera.
Yeroo ammaa haalli deeggarsa namoomaa naannichaatti taasiifamaa jiru fooyya’iinsa agarsiisuu ibsaniiru.
Yaa ta’uutii ammas maallaqni fi hojiileen dabalataa kan barbaachisu ta’uu kaasaniiru.
Naannichaatti lammiileen deeggarsa barbaadaan deeggarsa akka argataniif hojjetamaa jiraachuu eeraniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.