Fana: At a Speed of Life!

Dargaggoonni Magaalaa Finfinnee pirojektoota gurguddoo magaalichaatti ijaaramaa jiran daawwatan

Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)- Dargaggoonni Magaalaa Finfinnee pirojektoota gurguddoo magaalichaatti ijaaramaa jiran daawwataaniiru.

Pirojektoonni daawwatamaniis, Hospitaala Rifeeraalaa Kolfee, Hospitaala Rifeeraalaa Nifaas Siilkii, Giddugaloota Qonnaa fi Oomishaalee Gabaa fi piroojektoota biroo dawwachuu ragaan Wajjira Kaantiibaa magaalichaarra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.