Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbilee Investimantii tibbina miidhaan irra qaqqabe dandamachiisuuf hojjetamaa jira

Finfinnee,Adoolessa 8, 2012 (FBC) – Sababa rakkoo nageenyaan dhaabbilee Investimantii tibbina miidhaan irra qaqqabe dandamachiisuuf hojjetamaa jiraachuu Koomishiiniin Investimantii Oromiyaa beeksise.
 
Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee Investimantii namoota hedduuf carraa hojii uumanirraa miidhaa cimaan qaqqabu ibsameera.
 
Dhaabbilee Investimantii miidhan irra qaqqabe gara hojiitti deebisuuf mootummaan naannichaa deeggarsa barbaachisu kan taasisu ta’uu fi cinaa isaanii kan dhaabbatu akka ta’e itti gaafatamaan Koomishinatrri Koomishinii Investimantii Oromiyaa obbo Hayiluu Jaldee dubbataniiru.
 
Hayilaiyyasuu Makkoonnintu gabaase
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.