Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbilee jajjaboo fi ciccimoo yaada daangaa ce’aa qaban uumuun danda’amnaan biyya guddoo qabaanna – Dooktar Abiy

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Dhaabbilee jajjaboo fi ciccimoo yaada daangaa ce’aa qaban uumuun danda’amnaan biyya guddoo qabaachuu dandeenya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hangafummaan kan uumamu ida’amuu, Tokkummaa fi obbola’ummaarratti hundaa’uun hojiilee jajjaboo waloon hojjechuu yoo dandeenyadha jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.