Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbileen Piroojektii Maaddiin Dhalootaaf marsaa 8ffaan deeggarsa taasisan ifooman

Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Dhaabbileen Piroojektii Maaddiin Dhalootaaf marsaa 8ffaan deeggarsa taasisan ifoomaniiru.

Deeggarsi dhaabbileen garaagaraa piroojektii Maaddiin Dhalootaaf taasisan itti fufuu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksiseera.

Waajjirichi dhaabbile marsaa 8ffaan piroojektichaaf deeggarsa taasisan ifoomseera.

Dhaabbileen kunneen Birrii miiliyoona 5-10 taasisuu ragaan waajjirichaa ni mul’isa.

Dhaabbileen deeggarsa taasisanis Arbaa Minci Teekistaayil, Alfaaraag, Waldaa Dhuunfaa Keemikaalaa Allaayid, Waldaa Dhuunfaa Raaj Agroo-Indaastirii, Waldaa Dhuunfaa Weebis Piriiksi IT Sooluushin, Simmintoo Daangootee, Korporeeshinii Internaashinaalaa Injinariingii Siinoomaa, Saafaariikoom, Baahaaraan Tireediing, Yooteek, Jarman Industiriyaal Koompileeksi, Mootii Injinariing, Goomajjuu Ooyil, Gadab Injinariing, Warshaa Qalamaa Nifaas Silk, Dirree Istiil, Dirree Dawaa Raas Hoteeliifi Tiraakoon Tireediing ta’uu eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.