Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbileen Piroojektii Maaddiin Dhalootaaf marsaa 9ffaan deeggarsa taasisan ifooman

Finfinnee, Eebla 11 ,2015 (FBC)- Dhaabbileen Piroojektii Maaddiin Dhalootaaf marsaa 9ffaan deeggarsa taasisan ifoomaniiru.

Deeggarsi dhaabbileen garaagaraa piroojektii Maaddiin Dhalootaaf taasisan itti fufuu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksiseera.

Marsaa kanaan dhaabbileen garaagaraa deeggarsa Birrii miiliyoona 130 hanga miiliyoona 10 taasiisuu isaanii waajjirichi ifoomseera.

Dhaabbanni Kuduraa fi Muduraa Ityoo itti gaafatamummaan isaa murtaa’e,Dhaabbanni Warqee Kurmuuk, Waldaan Indaastirii Teetirooliiyeemii, Reed Istaar, Dhaabbanni Daldalaa Horaa, Sa’iid Daamxaawuu fi Filiintistoon Hoomis deeggarsa kana taasiisuu eerameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.