Fana: At a Speed of Life!

Dhalattoonni naannoo Tigraay Samaraa fi Loogiyaatti argaman gochaa ABUT hiriira ba’uun balaalleeffatan

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC) – Dhalattoonni naannoo Tigraay Samaraa fi Loogiyaatti argaman gochaa badii gareen shororkeessaa ABUT lammiilee naannoo Amaaraa fi Afaarirratti raawwataa jiru hiriira ba’uun balaalleeffataniiru.

Gareen shororkeessaa ABUT ummata Tigraay bakka kan hin buune, garee badii ta’uu isaan ni balaalleffanna, lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an cinaa ni dhaabbanna dhaadannoo jedhu dhageessisaniiru jedhame.

Afawarq Iyyaayyuu fi Tsaggaayyee Wandawasanitu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.