Fana: At a Speed of Life!

Dhiyeessitoonni Prooppogaandaan ABUT fakkiiwwan sobaa fayyadamuun duula sobaa ‘haleellaa Humaraa’ irraa deebiin kakaasuurratti argamu jedhame

Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Dhiyeessitoonni Prooppogaandaan ABUT fakkiiwwan sobaa suraawwan qindeessee fayyadamuun duula sobaa ‘haleellaa Humaraa’ irraa deebiin kakaasuurratti argamu jechuun Qulqulleessii Ragaa Labsii Yeroo ariifachiisaa beeksiseera.

Kanaafu namoonni hundi odeeffannoo sobaa ABUT tamsaasaa jiru akka fashalaa’uuf fi akka hin milkoofneef tattaaffii akka taasisaniif Qulqulleessii Ragaa Labsii Yeroo ariifachiisaa yaadachiiseera.

Maddi:- Qulqulleessa Ragaa Labsii Yeroo ariifachiisaa

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.