Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad boruu manneen hojii mootummaa banaa akka ta’aan ibsan

Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI  Dooktar Abiy Ahimad boruu manneen hojii mootummaa banaa akka ta’aan ibsaniiru.

Dooktar Abiy Fuula Twiitara isaaniitin akka ibsanitti sababa filannoof wiixata darbee manneen hojii mootummaa cufaa turan boruu  banaa  ta’uun tajaajila ni laatuu jedhaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.