Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy qonnaan bultoota muffii malee hojjechuun lammiilee biyyattii soorrachiisan galateeffatan

Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad qonnaan Bultoota muffii malee halkanii guyyaa hojjechuun lammiilee biyyattii soorrachiisan galateeffataniiru.
Galma Wabii nyaataa biyya mirkaneessuuf, Damee qonnaa fi misooma Ashaaraa magariisaa milkeessuuf murannoon hirmaanaa taasiisaa jiraniif Dooktar Abiy Fuula Feesbuukii isaaniin galata dhiyeessaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.