Fana: At a Speed of Life!

Eebbifamoo Abunee Salaamaan boqotan

Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Eebbifamoo Abunee Salaamaan har’a addunyaa kanaraa du’aan boqotaniiru.
Eebbifamoo Abunee Salaamaan dhibee isaan mudateen Hospitaalaatti yaalamaa turuun guyyaa har’aa addunyaa kanaraa du’aan boqochuu ragaan Waajjira Hariiroo Ummataa Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.
Eebbifamoo Abunee Salaamaan Abbaa isaanii Obbo Gabrasillaasee Gabramadinii fi Haadha isaanii Aadde Bizuunash Wandimuurraa bara 1934 naannoo Tigraay magaalaa Maqaleetti dhalatan.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.