Fana: At a Speed of Life!

Eegalamuu ijaarsa Hidha Haaromsaa waggaa 13ffaa ilaalchisee fiigichi guddaan gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 22, 2016 (FBC)-Kaa’amuu dhagaa bu’uuraa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa waggaa 13ffaa sababeeffachuun fiigichi guddichi Magaalaa Shaggaritti gaggeeffameera.

Sagantichis mata duree “Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa Ashaaraa Dhaloota Haaraati” jedhuun gaggeeffameera.

Saganticharratti Pireezidaantii Ittaanaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiifi Qondaaltonni federaalaa, Naannoo fi keessummoonni biroon argamuu ragaan Kominikeeshinii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.