Fana: At a Speed of Life!

Eksaayz taaksiin dabaleera jechuun gabaarratti gatii dabaluun sirrii miti- Ministeera Galiiwwanii

Finfinnee, Gurraandhala 21, 2012 (FBC) – Ministirri Galiiwwanii aadde Adaanach  Abeebee diingdee tumsuuf labsii eksaayz taaksii haaraan qaraxaa fi taaksiif hi’irna taasisuu beeksisan.

Ministirri Galiiwwanii aadde Adaanach  labsii eksaayz taaksi ilaalchisuun ibsa laataniiru.

Ibsa isaaniin Eksaayz taaksiin dabaleera jechuun gabaarratti gatii dabaluun sirrii miti jedhaniiru.

Fooyya’insichi diinagdee tumsuu fi hawaasarra dhiibbaan akka hin geenyeef kan yaadamedha jedhan.

Oomishaa fi oomishtummaa guddisuun kutaa diinagdee qonnaa deeggaruun eksaayzii fi oomishoota taaksirraa bilisa ta’an jiraachuurra darbee omishoota  gara alaatti ergaman sharafa biyyaa alaa kan argamsiisaan qodaarra taa’ee kan ture eksaayz taaksii %150 guutumaatti akka ka’u ta’eera jedhan.

Tajaajila teelee kominikeeshinii waliin kan walqbatu eksaayz taaksiin akka irra hin teenye ta’eera jedhan.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.