Fana: At a Speed of Life!

Embaasiiwwan biyyoota alaa Irreecha ilaalchisuun ergaa dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Embaasiiwwan biyyoota alaa teessoon isaanii Finfinnee Ayyaana Irreecha ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Embaasiin Ameerikaa, Neezerlaandii fi Faransaay Ayyaana Irreecha baranaa ilaalchisuun ergaa dabarsaniin ayyaanichi kan nagaa gammachuu fi obbolummaa akka ta’u hawwaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.