Fana: At a Speed of Life!

Emmireetoonni Araba Gamtoomanii naannoo Tigraayif deeggarsa meeshaalee yaala garagaraa taasise

Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC)- Emmireetoonni Araba Gamtoomanii naannoo Tigraayif deeggarsa meeshaalee yaala vaayrasii koroonaatif oolu taasiseera.

Dhaabbata Fayyaa Addunyaan kan tamsa’uu deeggarsi kaargoo guutuun tokkoo Finfinnee galeera.

Deeggarsichi deebii naannoo Tigraayitti laatama jiruuf haala olaanaa akka gargaaru himameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.