Fana: At a Speed of Life!

FAOn Afrikaa Bahaatti hoomaan Awwaannisaa hir’isuu beeksise

Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Nyaata fi Qonna Addunya (FAO) Afrikaa Bahaatti hoomaan Awwaannisaa hir’isuu beeksiseera.

Dhaabbatichi ibsa baaseen Ityoophiyaa fi Keeniyaa dabalatee naannichatti roobni jiraachuu dhabuun hir’achuu hoomaa awwaannisaaf sababa ta’uu ibseera.

Naannichatti rooba xiqqaan jiruun to’annaa taasifamuun walqabsiisee hoomaan awwaanisicha darbee darbee akka jiraatuu taasiseera jedhe.

Yeroo amma kana Keeniyaa iddoowwan tokko tokkootti fi daangaa Taanzaaniyaatti awwaannisoonni sadarkaa guddinaarra jiran muul’dhachuu eerera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.