Fana: At a Speed of Life!

Fiigicha eda Baarseeloonaatti dorgomameen Atleet Ganzabee Dibaabaa injifatte

Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Fiigicha Kiiloo Meetira 5 Ispeen Baarseeloonaatti kaleessa galgala dorgomameen Alteet Ganzabee Dibaabaa sadarkaa 1ffaan yoo xumurtu obboleettiin ishee Aanaa Dibaabaa sadarkaa 2ffaan xumurteerti.
Ganzabeen fageenyicha daqiiqaa 15’niin xumurteerti.
Qophiin riikkardii iddichaa fooyyeessuuf taasiifte hin milkoofne.
Quxusuun ishee Aanaa Dibaabaa daqiiqaa 16 fi sekandii lamaan sadarkaa 2ffaan dorgomicha xumurteerti.
Ganzabeen dorgommiilee mana keessaa fi alaatiin riikkardiiwwan addunyaa shan qabdi.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.