Fana: At a Speed of Life!

Fiigichi Guddichi eegalamuu Hidha Haaromsaa Waggaa 13ffaa sababeeffachuun Maayaatti gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 22, 2016 (FBC)-Fiigichi Guddichi eegalamuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa waggaa 13ffaa sababeeffachuun Magaalaa Maayaatti gaggeeffameera.

Fiigicha kiloo meetiraa Shanii gaggeeffameerratti jiraattonni bulchinsaa magalichaa fi nannawaashee hirmaataniiru.

Fiigichicharratti hirmaattota sadarkaa 1ffaa-3ffaa ba’aniif badhaasni meedaliyaa kennameera.

Yaasin Shamsaddiintu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.