Fana: At a Speed of Life!

Finfinnee kutaa magaalichaatti pirojektoonni Birrii miiliyoona 300 olii eegalchifaman

Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) –Finfinnee Kutaa mGalaa Booleetti guyyootaa 90 keessatti pirojektoonni misoomaa garaagaraa hawaasa giddugaleeffatan Birrii miiliyoona 300 oliin hojjetaman eegalchiifaman.

Sagantaa eegalchiisaa pirojektichaarratti Sadarkaa Ittaanaa Kantiibaatti Hoji Gaggeessaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Obbo Xiratuu Bayyanaa dabalatee, qondaaltonni hojii kutaa magaalichaa, abbootiin qabeenyaa, hawaasni argamaniiru.

Saganticharratti sanadni waliigaltee mallatteeffamuu fi dhagaan bu’uuraa kaa’ameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.