Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti qormaanni naannoo kutaa 8ffaa kennamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC)- Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa bulchiinsa magaalaa Finfinneetti  har’a kennamaa jira.

Magaalichatti qormaanni kun har’aa fi boruu laatama.

Barattoonni qormaaticha sagantaa ba’een manneen barnootaa itti ramadamanitti argamuun fudhataa jiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.