Fana: At a Speed of Life!

Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa gitasaa Ugaandaa 2 fi 1’n injifate

Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa gitasaa Ugaandaa 2 fi 1’n injifateera.
Tapha michummaa Ityoophiyaafi Ugaandaan taphataniin gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa gitasaa Ugaandaa 2 fi 1’n injifate.
Taphicharratti Abbubakar Naasir daqiiqaa 11ffarratti akkasumas Abeel Yaalawu daqiiqaa 54’ffarratti Ityoopiyaaf goolii galchaniiru.
Ugaandaan galchii injifatamuu jala hin baraarre daqiiqaa 56ffarraatti galchiteetti.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.