Fana: At a Speed of Life!

Godina Baalee aanaa Harannaa Bulluqitti miseensoonni Shanee to’ataman

Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Godina Baalee aanaa Harannaa Bulluqitti miseensoonni Shanee to’atamuu Qajeelchi Poolisii Godinichaa beeksise.
 
Hirmaannaa hawaasa bal’aa fi hojii qaamoleen nageenya taasisaniin miseensota godina Baalee seenan sadi yoo to’ataman miseensa poolisii fi hawaasa irratti dhukaasuun yaalii ajjeechaa kan taasisan miseen Shanee lamatratti tarkaanfiin fudhatameera jedhame.
 
Bulchaan aanaa Harannaa Bulluq obbo Huseen Muhaammad hirmaannaa ummanni taasise dinqisiifatanii tarkaanfii walfakkaataan akka itti fuufuuf dhaamuu isaanii OBN gabaaseera.
 
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.