Fana: At a Speed of Life!

Godinaaleen Oomoo Lixaafi Kafaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 38 ol taasisan

Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC)- Naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaatti godinaaleen Oomoo Lixaa fi Kafaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa maallaqaafi akaakuu Birrii miiliyoona 38 olitti tilmaamamu taasisuu ibsame.

Godinni Kafaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa maallaqaafi akaakuu Birrii miiliyoona 31.9 taasisuu eerameera.

Bifuma walfakkaatuun godinni Oomoo Lixaa deeggarsa maallaqaafi  akaakuu Birrii miiliyoona 6.1tti shallagamu taasisuu TOI gabaaseera.

Godinaaleen lameen deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasisan cimsanii kan itti fufan ta’uu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.