Fana: At a Speed of Life!

Guyyaa filannoo bara 2012 murteessuuf mariin gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Amajjii 6 ,2012 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa guyyaa filannoo bara 2012 murteessuuf marii gaggeessaa jira.

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa guyyaa filannoo bara 2012 murteessuuf qaama dhimmi ilaalu waliin marii gaggeessaa jira.

Marii kanaan karoora oppireeshiinii fi guyyaa filannoon gaggeeffamu ilaalchisee yaadni hirmaattotaaf dhiyaatera.

Walitti qabduun Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa aadde Birtukaan Miidhagsaan guyyaan filannoon Hagayya 10 akka ta’u yaada marii dhiyeessuun irratti mari’atamaa jira.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.