Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan lafaa addunyaa yeroo 52ffaaf kabajame

Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Guyyaan lafaa sadarkaa idil addunyaatti Pilaaneetii keenya eeguuf ‘Invastii haa goonu’ mata duree jedhuun yeroo 52ffaaf kabajameera.

Guyyaan Lafaa Addunyaa naannoo eeguu fi lubbuu qabeeyyii miidhaman waaraan dandamachiisuuf bara baraan ni kabajama jedhame.

Guyyaan kun yeroo jalqabaaf bara Faranjootaa Eebila 22, 1970 kabajamuu eegale.

Ityoophiyaanis jijjiirrama qabeenya qilleensaaf deebii laachuu cimsitee itti fufteert.

Sagantaa Ashaaraa Magariisaan hanga ammaatti Biqiltuu biiliyoona 18 dhaabuu dandeesserti.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.