Fana: At a Speed of Life!

Hanqinni meeshaalee bu’uura muudate sirna baruufi barsiisuutti gufuu ta’eera- Ministeera Barnoota

Finfinnee, Hagayya 3, 2012 (FBC) – Hanqinni meeshaalee bu’uura sababa vaayrasii koroonaatif barnoota adda citee ture deebisuuf tattaffii tasifamuuf irratti rakkoo uumuu Miniseerrii Barnoota beeksise.

Bara dhufu tatamsa’inni vaayrasicha yoo xiqqaachuu baate barattoonni fageenya isaanii eeggatanii karaa sirna baruuf barsiisuu eegaluun danda’amu irraatti hojjetama akka jiruu Ministeerichi beeksisera.

Akka biyyaatti sababa vaayraasii koroonaan barattoonni miiliyoona 26 ol barumsaa addaan kutuun mana akka turan taasifamuu ministeera barnootatti deetaan damee misooma bu’uuraalee barnootaa obbo Miiliyoon Maatiwoos ibsaniiru.

Barnoota adda citee turee deebisuuf barattoonni mana turuun maloota garaagaran barnoota isaanii akka hordofaan taasisuuifis hojjeetama jira jedhaniiru.

Wayita amma kanas hanqina meeshaalee bu’uura muudatan furuu kan dandeessisuu karoorri misooma barnoota waggaa 10 qophaa’u dubbataniiru.

Maddi:-TOI

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.