Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsaa MM Dr Abiy Ahimad, bakkeessawwan addaddaatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, bakkeessawwan addaddaatti gaggeeffamaa jira.
 
Hiriirichaan dhaadannoowwan mata duree addaddaa qabanii fi Paartii Badhaadhinaa, muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi hogansa jijjiirramaa deeggaran qabatamanii ba’aniiru.
 
Hiriirri deeggarsichaa har’a ganamaa eegalee magaalaa Bishooftuu, magaalaa Hawaasaa, godina Gujii magaalaa Nageellee, godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee magaalaa Sandaafaa Bakkee, magaalaa Sulultaa, aanaa Waacaalee, godina Baalee, godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiicheetti gaggeeffamaa jira.
 
 
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.