Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggersa RIB Magaalaa Naqamtee, Jimmaafi Bishooftuutti gaggeeffame

Finfinnee, Caamsaa 20, 2015(FBC)- Hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa Magaalaa Naqamtee, Jimmaafi Bishooftuutti gaggeeffameera.

Hirmaattonni hiriirichaa dhaadannoowwan deeggarsaa garaagaraa qabatanii bahuun aantummaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf qaban ibsaniiru.

Galaanaa Tasfaa, Muktaar Xahaafi Milkeessaa Sobbooqaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.