Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa Hojiilee Misoomaa Magalaa Finfinnee daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 17, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Olaanoo Mootummaaa fedeeralaa fi naannoolee hojiilee misoomaa kooriidarii Magaalaa Finfinnee daawwataniiru.

Daawwannicharratti, Ministiroonni, Pireezidaantoonni Naannolee fi Hoggaantoonnii Paartii Badhaadhinaa argamaniiru.

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee misoomaa Kooriidar magaalichatti gaggeeffamaa jirurratti ibsa laataniiru.

Hojii misoomaa Kooridaarichaa eegaluun duraan qorannoon baatii torbaa gaggeeffamuu eeruun, kaafamtoota misoomaf hirphi gitu kennuu hojjetamuu eeraniiru.

Hojiileen Misooma kunneen hawwatummaa magaalattii kan dabalaan ta’uu Aadde Adaanech himuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.