Fana: At a Speed of Life!

Hojii Suphaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinnee raawwachuuf waliigalteen mallattaa’e

Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Hojii Suphaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinnee raawwachuuf waliigalteen mallattaa’uu Komishiniin Ispoortii Ityoophiyaa beeksise.
Dhaabbanni Dizaayinii, garsaa fi tajaajila to’annoo Yoonas Abbay gorsaa Arikteekcharii fi Injinariingi walii galticha mallateesseera.
Hojiin Dizaayinii baatii 1 keessatti xumuramee kan dhiyaatu ta’uu ragaan Komishinicharraa argame ni muul’isa.
Hojiin Dizaayini sadarkaa ‘CAF’ eeggatee kan hojjetamu ta’uu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.