Fana: At a Speed of Life!

Hojiin Suphaa madda anniisaa Gibee 1ffaan bishaan osoo hin dhangala’iin gaggeefame

Finfinnee, Onkololeessa 22,2014 (FBC) – Hojiin Suphaa madda anniisaa Gibee 1ffaa bishaan osoo hin dhangala’iin milkiin gaggeefamuun himameera.
Teeknooloojiin deeggaramuun madda aanniisaa Gibee 1ffaa bishaan osoo hin dhangala’iin hojiin suphaa milkiin gaggeefamuun Hojii Gaggeessan Buufatichaa obbo Dassaalenyi Niguseen eeraniiru.
Dhaabbanni Chaayinaa’ CGGC’ jedhamu hojii suphaa kana raawwachuu ragaan Humna Elektirikii Ityoophiyaarraa argame ni muul’usa.
Maddi Anniisaa Gibee 1ffaan bara 1996 tajaajila laachuu kan eegale yoo ta’u, Meegaa Waatii 184 anniisaa maddisiisu danda’a jedhame.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.