Fana: At a Speed of Life!

Hospitaala Maqiif deeggarsi meeshaalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 25 olii taasifame

Finfinnee, Bitootessa 19, 2015 (FBC)- Hospitala Maqiif deeggarsi meeshaalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 25 olitti tilmaamamuu taasifame.

Deeggarsichis Dhaabbata “Human Bridge “ jedhamuurraa kan argame ta’uun ibsameera.

Sirni walharkaa fudhiinsicharratti Bakka Bu’aa dhaabbaticha Dooktar Addaamuu Annilayi ,Bakka Bu’aa Ministeera Fayyaa, Hogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa Dooktar Tolaa Baarrisoo, Ittaanaa Hogganaa Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dooktar Bokkona Guutaa fi hoggantoonni Hospitaalicha argamuu ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.