Fana: At a Speed of Life!

Ijaarsa wiirtuu kalaqa teeknooloojii raawwachuuf waliigalteen mallattaa’e

Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Tajaajilli humna Elektirikaa Ityoophiyaa fi Koorporeeshiniin Siivil Injinariingii Chaayinaa wiirtuu gahumsa teeknooloojii ijaaruuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru.

Ijaarsi isaa mooraa dhaabbatichaa Kotabeetti argamu keessatti kan raawwatu yoo ta’uu, Birrii biiliyoona 9 fi miiliyoona 341 fi kuma 596 oliin ijaarama jedhame.

Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Tajaajila Elektirikaa Itiyoophiyaa Obbo Shifarraawu Taliilaa fi Daayrektarri Koorporeeshiniin Siivil Injinariingii Chaayinaa damee Itiyoophiyaa Wuu Juuyi waliigalticha mallateessuu ragaan Tajaajila Elektirikaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.