Fana: At a Speed of Life!

Ijaarsi tarminaala konkolaattota daangaa qaxxaamuranii eegalame

Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Ijaarsi tarminaala konkolaattota daangaa qaxxaamuranii eegalamuu Ministeerri Geejibaa FDRI beeksise.
 
Ijaarsichis weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf gargaara jedhameera.
 
Tarminaalichi ijaarramuu kan eegale naannoo Somaalee godina Shinillee Siitii aanaa Ayishaa, ganda Dawwalleetti.
 
Tursa konkolaattotaa kan qabaatu yoo ta’u, adeemsa keessas tajaajiloota hundaa kan qabaatu ta’a jedhameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.