Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taphoota Liigii Olaanoo Oromiyaa har’a taphatameen Ginciin Ammayyaa yoo injifatu, Gullisoo fi Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo qabxii qoodatan

Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Oromiyaa torbee 2ffaa har’a taphatameen Ginciin Ammayyaa yoo injifatu, Gullisoo fi Yuunivarsiitiin Dambi Doolloon qixa xumuruun qabxii qoodataniiru. Gullisoo fi Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo galchii 1 qixa xumuruun yoo qabxii qoodatan, Ginciin galchii 3 fi 2n Magaalaa Ammayyaa…
Read More...

Cheelsiin Wolvisiin injifatame

Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 18ffaa har'a gaggeeffameen Cheensiin Wolvisiin goolii 2 fi 1n injifatameera. Cheelsiin bara taphaa kana yeroo 8ffaaf injifataneera. #Oromiyaa #Ityoophiyaa…

Liivarpuul 1 -1 Arsenaal

Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 18ffaan taphni Liivarpuulii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffame goolii 1 qixaan xumurame. Taphoota biroo har'a taphatameen Weest Haam 2 - 0 Maanchiisteer…