Fana: At a Speed of Life!

Itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaaneech Abeebee mudaama adda addaa laatan

Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)-Itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaaneech Abeebee mudaama adda addaa laatan.

1, obbo Mallasaa Alamuu – Sadarkaa kantiibaa itti aanaatti hogganaa waajjira qindeessaa ijaarsa sirna demookiraasi.

2, obbo Efreem Gizaaw – Sadarkaa hogganaa birootti hogganaa waajjira kantiiba.

3, aadde Alfiyaa Yusuuf -Sadarkaa hogganaa birootti hooggantu prees Sekireeteeriyaalii waajjira kantiibaa ta’uun muudamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.