Fana: At a Speed of Life!

Itti Aantuun Kantiibaa Adaanach Abeebee raawwii hojii fi argannoo Garee Hojii weerara lafaa fi komii magaala Finfinnee keessa jiru qulqulleessuuf dhaaban gamaaggamuu ibsan

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee raawwii hojii fi argannoo Garee Hojii weerara lafaa fi komii magaala Finfinnee keessa jiru qulqulleessuuf dhaaban gamaaggamuu ibsan.

Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee guyyaa har’aa raawwii hojii fi argannoo Garee Hojii weerara lafaa fi komii magaala Finfinnee keessa jiru qulqulleessuuf dhaaban gamaaggamuu ibsaniiru.

Itti Aantuun Kantiibaa Adaanach Abeebee gamaaggamni kan gaggeeffame odeeffannoolee bulchinsa magaalaa fi dhugaa lafa jiru baru, sirreessuu fi ittigaafatamumma mirkaneessuu yaaduudhanii jedhan.

Gabaasni waligalaa torbaan tokko keessa xumurame ummata keenyaaf ifa ta’aas jedhaniiru.

Kanumaan walqabsisne, tajaajila lafa waliin walqabatu dhaabbatee ture ni kaasnaa jedhan.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.