Fana: At a Speed of Life!

Itti gaafatamaa kakaasii fi ololaa Alshabaab Fo’aad Mahaammad Kaleef dabalatee hoggantoonni garichaa sadi barbadaa’uu ibsame

Finfinnee, Adoolessa 22, 2014 (FBC) –Itti gaafatamaa kakaasii fi ololaa Alshabaab Fo’aad Mahaammad Kaleef dabalatee hoggantoonni garichaa sadi barbadaa’uu Itti gaafatamaan Bobbii Raayyaa Ittisaa fi Qindeessaan Komaand Poostii yeroo Meejar Jeneraal Tasfaayee Ayyaalew ibsaniiru.

Tarkaanfii guyyoota darban fudhatameen hoggantoonni garichaa hedduun ajjeeffamuu eeraniiru.

1. Fo’aad Mahaamad Kaleef, 2. Dubbii Himaa garichaa Abduullaaziiz Abbuu Muusaa fi 3.Itti gaafatamaan daangaalee naannawaa Ityoophiyaa fi Zoonii Bookool Ubeedaa Nuur Iseen Kanneen barbada’aan keessaa isaan tokko ta’uu Meejar Jeneraal Tasfaayee Ayyaalew dubbataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.