Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa 0 – 1 Naayijeeriyaa

Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Naayijeeriyaan injifatameera.

Tapha gulaallii waancaa Addunyaa marsaa xumuraa har’a taphatameen Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Naayijeeriyaan goolii 1 fi 0n injifatameera.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.