Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Emmireetoonni Arabaa Gamtoomanii carraa hojii uumuurratti marii gaggeessan

Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Komiishinarri Komiishinii Carraa Hojii Uumuu obbo Nigusuu Xilaahuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Emmireetoota Arabaa Gamtoomanii Mohaammad Saaliim Alrishiid waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniitin Ityoophiyaa fi Emmireetoonni Arabaa Gamtoomanii carraa hojii uumuurratti waloon akka hojjetaan himaniiru.

Kanaafis biyyoonni dhimmoota carra hojii uumuu guddisuuf dandeessiisan irratti kan mari’ataan yoo ta’uu, yeroo itti aanuutti damicha ammayyessuuf waloon hojjechuuf haala dandeessisuurratti marii taasisaniiru.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofanaYuutyuubii

https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.