Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan miseensa Mana Maree Dhaabbata Siiviil Ayiveeshinii Idil Addunyaa ta’uun filatamte

Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan miseensa Mana Maree Dhaabbata Siiviil Ayiveeshinii Idil Addunyaa ta’uun filatamteerti.

Dhaabbatichi biyyoota 193 miseensummaan kan of keessatti hammate yoo ta’uu, yaa’iisaa Kaanaadaa Moontiriiyaalitti gaggeesseera.

Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojastiiksii Aadde Daagimaawiit Magos Ityoophiyaa bakka bu’uun yaa’icharratti hirmaataniiru.

Yaa’ichaan Ityoophiyaan miseensa dhaabbatichaa ta’uun filatamuu Aadde Daagimaawiit ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.